Isaayyaas 61:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sanyiin isaanii saboota gidduutti,Ijoolleen isaaniis namoota gidduutti kan beekaman ni taʼu.+ Namni isaan argu hundi,Isaan sanyii Yihowaan eebbise taʼuu isaanii ni hubata.”+ Isaayyaas 66:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Akkuma samiiwwan haaraanii fi lafti haaraan+ warri ani tolchaa jiru na duratti jabaatanii dhaabbatan, sanyiin keessanii fi maqaan keessanis jabaatee ni dhaabbata”+ jedha Yihowaan.
9 Sanyiin isaanii saboota gidduutti,Ijoolleen isaaniis namoota gidduutti kan beekaman ni taʼu.+ Namni isaan argu hundi,Isaan sanyii Yihowaan eebbise taʼuu isaanii ni hubata.”+
22 “Akkuma samiiwwan haaraanii fi lafti haaraan+ warri ani tolchaa jiru na duratti jabaatanii dhaabbatan, sanyiin keessanii fi maqaan keessanis jabaatee ni dhaabbata”+ jedha Yihowaan.