42 “Warra kaan oolcheera; of oolchuu garuu hin dandeenye! Inni Mootii Israaʼeli;+ mee amma muka* irratti fannifame irraa haa buʼu; nutis isatti ni amanna. 43 Inni Waaqayyoon amanateera; ‘Ani Ilma Waaqayyoo ti’+ waan jedheef, Waaqayyo yoo isa gargaaruu barbaade mee isa haa oolchu.”+