Maarqos 14:62 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 62 Yesuusis, “Eeyyee; Ilmi namaa+ mirga isa humna qabeessa sanaa taaʼee,+ duumessa samii wajjin yommuu dhufu ni argitu”+ jedhe. Yohaannis 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin taʼin, Waaqayyo Abbaa isaa+ akka taʼe dubbachuudhaan Waaqayyoo wajjin of qixxeesseera jedhanii waan yaadaniif+ Yihudoonni isa ajjeesuuf ittuma caalchisanii barbaaduu jalqaban. Yohaannis 10:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 ‘Ani Ilma Waaqayyoo ti’ waanan jedheef, akkamitti ana isa Abbaan qulqulleessee fi gara addunyaatti ergeen, ‘Waaqayyoon arrabsiteetta’ jettu?+
62 Yesuusis, “Eeyyee; Ilmi namaa+ mirga isa humna qabeessa sanaa taaʼee,+ duumessa samii wajjin yommuu dhufu ni argitu”+ jedhe.
18 Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin taʼin, Waaqayyo Abbaa isaa+ akka taʼe dubbachuudhaan Waaqayyoo wajjin of qixxeesseera jedhanii waan yaadaniif+ Yihudoonni isa ajjeesuuf ittuma caalchisanii barbaaduu jalqaban.
36 ‘Ani Ilma Waaqayyoo ti’ waanan jedheef, akkamitti ana isa Abbaan qulqulleessee fi gara addunyaatti ergeen, ‘Waaqayyoon arrabsiteetta’ jettu?+