Maatewos 24:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Yeroo sanatti mallattoon Ilma namaa+ samii irratti ni mulʼata; gosoonni lafa irraa hundi gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu;+ isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+ Maatewos 26:64 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 64 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Atumti iyyuu jette kaa. Ani garuu isinitti nan hima, ammaa jalqabee Ilmi namaa+ mirga isa humna qabeessa sanaa taaʼee,+ duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argitu.”+ Luqaas 21:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yeroo sanatti Ilmi namaa+ humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+ Mulʼata 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa,+ ijji hundinuu isa ni arga, warri isa waraananis isa ni argu; gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu.+ Eeyyee, Ameen.
30 Yeroo sanatti mallattoon Ilma namaa+ samii irratti ni mulʼata; gosoonni lafa irraa hundi gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu;+ isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+
64 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Atumti iyyuu jette kaa. Ani garuu isinitti nan hima, ammaa jalqabee Ilmi namaa+ mirga isa humna qabeessa sanaa taaʼee,+ duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argitu.”+
7 Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa,+ ijji hundinuu isa ni arga, warri isa waraananis isa ni argu; gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu.+ Eeyyee, Ameen.