Faarfannaa 42:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ani Waaqa, Waaqa isa jiraataa nan dheebodhe.+ Dhaqee Waaqa duratti kanan mulʼadhu yoomi?+ Faarfannaa 84:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Guutummaan eenyummaa kootii* Mooraa Yihowaa hawweera;+Eeyyee, ani mooraa isaa hawwuu irraa kan kaʼe gaggabeera. Garaan koo fi foon koo Waaqa isa jiraataadhaaf ni ililchu. Isaayyaas 26:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Guutummaan eenyummaa kootii* halkan si hawwa,Eeyyee, hafuurri koo yeroo hunda si eeggata;+Yommuu ati lafaaf murtii kennituttiJiraattonni lafa irraa waaʼee qajeelummaa ni baratu.+
2 Guutummaan eenyummaa kootii* Mooraa Yihowaa hawweera;+Eeyyee, ani mooraa isaa hawwuu irraa kan kaʼe gaggabeera. Garaan koo fi foon koo Waaqa isa jiraataadhaaf ni ililchu.
9 Guutummaan eenyummaa kootii* halkan si hawwa,Eeyyee, hafuurri koo yeroo hunda si eeggata;+Yommuu ati lafaaf murtii kennituttiJiraattonni lafa irraa waaʼee qajeelummaa ni baratu.+