Faarfannaa 65:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Namni mooraa kee keessa akka jiraatu filattee fiOfitti dhiheessite gammadaa dha.+ Nuti wantoota gaggaarii mana kee,+Mana qulqullummaa*+ kee isa qulqulluu taʼe keessa jiraniin ni quufna. Yaaqoob 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Waaqayyotti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata.+ Isin cubbamoonni, harka keessan qulqulleessaa;+ isin warri yaada dhaabbataa hin qabne, garaa keessan qulqulleessaa.+
4 Namni mooraa kee keessa akka jiraatu filattee fiOfitti dhiheessite gammadaa dha.+ Nuti wantoota gaggaarii mana kee,+Mana qulqullummaa*+ kee isa qulqulluu taʼe keessa jiraniin ni quufna.
8 Waaqayyotti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata.+ Isin cubbamoonni, harka keessan qulqulleessaa;+ isin warri yaada dhaabbataa hin qabne, garaa keessan qulqulleessaa.+