LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 25:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kana malees Daawitii fi ajajjoonni gareewwan tajaajilaa, baganaa, meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii+ fi siimbaaliitti+ fayyadamanii raajii dubbachuudhaan akka tajaajilaniif ilmaan Asaaf, ilmaan Hemaanii fi ilmaan Yedutuun+ keessaa tokko tokko adda ni baasan. Maqaan namoota tajaajila kanaaf itti gaafatamummaa qabanii kanaa gaditti tarreeffameera:

  • 2 Seenaa Baraa 35:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Faarfattoonni warri ilmaan Asaaf+ taʼan, ajaja Daawit,+ Asaaf,+ Hemaanii fi Yedutuun+ inni mootichaaf mulʼata argu kennan hordofuudhaan iddoo iddoo isaanii qabatanii jiru turan; karra eegdonnis karrawwan adda addaa irra jiru turan.+ Obboloota isaanii kan taʼan Leewwonni qophii waan isaaniif godhaniif, tajaajila isaanii dhiisanii deemuun isaan hin barbaachisu ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi