LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 9:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, inni dhiiga isaaniitiif haaloo baʼu, isaan ni yaadata;+

      Iyya warra cunqurfamaniis hin irraanfatu.+

  • Faarfannaa 35:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Lafeewwan koo hundi akkana jedhu:

      “Yaa Yihowaa, kan akka keetii eenyu?

      Ati nama gargaarsa hin qabne warra isa caalaa ciccimoo taʼan jalaa,+

      Isa gargaarsa hin qabnee fi isa hiyyeessa taʼes, warra isaan saaman jalaa ni oolchita.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi