Baʼuu 15:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni fayyina waan naaf taʼeef, Yaah* jabina koo fi guddina koo ti.+ Inni Waaqa koo ti, isa nan jajadha;+ Waaqa abbaa kootii ti,+ ol isa nan qaba.+ Isaayyaas 33:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+Yihowaan Mootii keenya dha;+Kan nu oolchu isa dha.+
2 Inni fayyina waan naaf taʼeef, Yaah* jabina koo fi guddina koo ti.+ Inni Waaqa koo ti, isa nan jajadha;+ Waaqa abbaa kootii ti,+ ol isa nan qaba.+
22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+Yihowaan Mootii keenya dha;+Kan nu oolchu isa dha.+