-
2 Seenaa Baraa 6:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 ati samii keessaa dhagaʼi; isa hamaadhaaf akka hojii isaatti isaaf deebisuudhaan, akkasumas wanta inni raawwate mataa isaa irratti deebisuudhaan,+ isa qajeelaa taʼe immoo qulqulluu* taʼuu isaa ibsitee akka qajeelummaa isaatti isa kiisuudhaan+ tarkaanfii fudhadhu; tajaajiltoota keetiifis murtii kenni.
-