LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan ni hiyyoomsa, ni sooromsas;+

      Inni ni salphisa, olis ni qaba.+

  • Daaniʼel 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Inni yeroo fi waqtii ni jijjiira,+

      Mootota iddoo isaaniitii ni kaasa, ni muudas,+

      Ogeeyyiidhaaf ogummaa, warra hubannaa qabaniifis beekumsa ni kenna.+

  • Daaniʼel 4:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kana eegdotatu labse,+ murtii* isaas qulqullootatu beeksise; kunis Inni Hundaa Olii mootummaa ilmaan namootaa irratti Bulchaa akka taʼee+ fi isas nama barbaade kamiif iyyuu akka kennu, akkasumas nama namoota hundumaatii gad taʼe isa irratti akka muudu namoonni lubbuudhaan jiran hundi akka beekaniifi.”

  • Luqaas 1:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Inni namoota aangoo qaban teessoo isaanii irraa gad buuseera;+ warra gad deebiʼan immoo ol qabeera;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi