Baʼuu 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Kanaafuu, Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Ani Yihowaa dha; baʼaa warra Gibxii jalaa isin nan baasa; garbummaa isaanii jalaas bilisa isin nan baasa;+ akkasumas irree koo isa diriirfamee* fi murtii koo isa guddaadhaan isin nan fura.+ Keessa Deebii 9:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Isaan saba kee fi qabeenya dhuunfaa keetii,*+ warra humna kee isa guddaa fi irree kee isa diriirfameen achii baaste dha.’+
6 “Kanaafuu, Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Ani Yihowaa dha; baʼaa warra Gibxii jalaa isin nan baasa; garbummaa isaanii jalaas bilisa isin nan baasa;+ akkasumas irree koo isa diriirfamee* fi murtii koo isa guddaadhaan isin nan fura.+
29 Isaan saba kee fi qabeenya dhuunfaa keetii,*+ warra humna kee isa guddaa fi irree kee isa diriirfameen achii baaste dha.’+