Baʼuu 19:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+ 2 Saamuʼel 22:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Lafti asii fi achi raafamuu fi hurgufamuu jalqabde;+Buʼuurawwan samiis ni hollatan,+Inni waan dheekkameef isaan asii fi achi raafaman.+
18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+
8 Lafti asii fi achi raafamuu fi hurgufamuu jalqabde;+Buʼuurawwan samiis ni hollatan,+Inni waan dheekkameef isaan asii fi achi raafaman.+