LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 18:7-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Achiis lafti raafamuu fi hurgufamuu jalqabde,+

      Buʼuurawwan gaarotaas ni hollatan,

      Inni waan dheekkameef isaan asii fi achi raafaman.+

       8 Funyaan isaa keessaa aarri ni baʼe,

      Ibiddi nyaatu afaan isaa keessaa ni baʼe;+

      Barbadaanis* isa keessaa burqe.

       9 Inni yommuu gad buʼu samiin akka gad jedhu godhe,+

      Duumessi gurraachis miila isaa jala ture.+

      10 Inni kiruubel irra taaʼee barrisaa dhufe.+

      Qoochoowwan uumama hafuuraa* irra taaʼees saffisaan gad buʼe.+

      11 Achiis dukkanaan of golge,+

      Naannoo isaas akkuma dunkaanaatti,

      Bishaan gurraachii fi duumessi cimaan jira ture.+

      12 Ifa isa dura jiru keessaa

      Cabbiinii fi barbadaan ibiddaa duumessa uranii baʼan.

  • Faarfannaa 77:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Sagaleen kakawwee+ kee akka geengoo gaarii fardaa ti;

      Balaqqeessi bakakkaa guutummaa lafaa* ibsa;+

      Lafti ni raafamte, ni kirkirtes.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi