Faarfannaa 104:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni baattuuwwan kutaawwan isaa warra gara olii bishaanota samii keessa jiran irra* ni dhaaba,+Duumessa, gaarii fardaa isaa ni godhata,+Qoochoo bubbeetiinis ni deema.+ Ibroota 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera.
3 Inni baattuuwwan kutaawwan isaa warra gara olii bishaanota samii keessa jiran irra* ni dhaaba,+Duumessa, gaarii fardaa isaa ni godhata,+Qoochoo bubbeetiinis ni deema.+
7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera.