LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis dukkanaan of golge,+

      Naannoo isaas akkuma dunkaanaatti,

      Bishaan gurraachii fi duumessi cimaan jira ture.+

  • Amoos 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 ‘Inni samiiwwan keessatti kortoo isaa dhaabu,

      Baaxii isaas lafa gararraatti hundeessu,

      Inni lafa irratti isaan dhangalaasuuf

      Bishaanota galaanaa waamu,+

      Maqaan isaa Yihowaa dha.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi