LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Waaqayyo ammas Museedhaan akkana jedhe:

      “Israaʼelotaan akkana jetta: ‘Yihowaa isa Waaqa abbootii keessanii, Waaqa Abrahaam,+ Waaqa Yisihaaqii+ fi Waaqa Yaaqoob+ taʼetu gara keessanitti na erge.’ Bara baraaf maqaan koo isa kana;+ dhalootaa hamma dhalootaattis kanaan nan yaadatama.

  • Amoos 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, inni isa gaarota tolchee fi bubbee uume dha;+

      Inni wanta yaade namatti ni hima,

      Barraaqa gara dukkanaatti ni jijjiira,+

      Iddoowwan ol kaʼoo lafaa irra ni ejjeta;+

      Maqaan isaa Yihowaa Waaqa Raayyaa ti.”

  • Amoos 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Inni tuuta urjiilee Kiimaa* fi tuuta urjiilee Kasiil* tolche,+

      Inni dukkana cimaa gara ifa ganamaatti jijjiiru,

      Inni guyyaa akka halkaniitti dukkaneessu,+

      Inni lafa irratti isaan dhangalaasuuf

      Bishaanota galaanaa waamu,+

      Maqaan isaa Yihowaa dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi