Uumama 28:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kunoo, Yihowaan achi irra dhaabbatee ture; innis akkana jedhe: “Ani Yihowaa isa Waaqa abbaa kee Abrahaamii fi Waaqa Yisihaaq taʼe dha.+ Iddoo ciistee jirtu kana sii fi sanyii keetiif nan kenna.+ Maatewos 22:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Inni, ‘Ani Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoobi’+ jedheera. Inni Waaqa warra jiraatoo ti malee, Waaqa warra duʼanii miti.”+
13 Kunoo, Yihowaan achi irra dhaabbatee ture; innis akkana jedhe: “Ani Yihowaa isa Waaqa abbaa kee Abrahaamii fi Waaqa Yisihaaq taʼe dha.+ Iddoo ciistee jirtu kana sii fi sanyii keetiif nan kenna.+
32 Inni, ‘Ani Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoobi’+ jedheera. Inni Waaqa warra jiraatoo ti malee, Waaqa warra duʼanii miti.”+