-
Iyyoob 9:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Inni tuutawwan urjiilee Aash,* Kasiilii* fi Kiimaa,*+
Akkasumas tuutawwan urjiilee samii isa kibbaa* tolcheera;
-
Iyyoob 38:31-33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Wadaroo tuuta urjiilee Kiimaa* hidhuu ni dandeessaa?
Yookiin wadaroo tuuta urjiilee Kasiil* hiikuu ni dandeessaa?+
32 Tuuta urjiilee* tokko yeroo isaatti gad baasuu
Yookiin tuuta urjiilee Aash* ilmaan isaa wajjin geggeessuu ni dandeessaa?
33 Seerawwan samiin ittiin bulu beektaa?+
Yookiin aangoo isaanii* lafa irratti raawwachiisuu ni dandeessaa?
-
-
-