Amoos 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni tuuta urjiilee Kiimaa* fi tuuta urjiilee Kasiil* tolche,+Inni dukkana cimaa gara ifa ganamaatti jijjiiru,Inni guyyaa akka halkaniitti dukkaneessu,+Inni lafa irratti isaan dhangalaasuufBishaanota galaanaa waamu,+Maqaan isaa Yihowaa dha.
8 Inni tuuta urjiilee Kiimaa* fi tuuta urjiilee Kasiil* tolche,+Inni dukkana cimaa gara ifa ganamaatti jijjiiru,Inni guyyaa akka halkaniitti dukkaneessu,+Inni lafa irratti isaan dhangalaasuufBishaanota galaanaa waamu,+Maqaan isaa Yihowaa dha.