Iyyoob 38:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Wadaroo tuuta urjiilee Kiimaa* hidhuu ni dandeessaa? Yookiin wadaroo tuuta urjiilee Kasiil* hiikuu ni dandeessaa?+ Amoos 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni tuuta urjiilee Kiimaa* fi tuuta urjiilee Kasiil* tolche,+Inni dukkana cimaa gara ifa ganamaatti jijjiiru,Inni guyyaa akka halkaniitti dukkaneessu,+Inni lafa irratti isaan dhangalaasuufBishaanota galaanaa waamu,+Maqaan isaa Yihowaa dha.
31 Wadaroo tuuta urjiilee Kiimaa* hidhuu ni dandeessaa? Yookiin wadaroo tuuta urjiilee Kasiil* hiikuu ni dandeessaa?+
8 Inni tuuta urjiilee Kiimaa* fi tuuta urjiilee Kasiil* tolche,+Inni dukkana cimaa gara ifa ganamaatti jijjiiru,Inni guyyaa akka halkaniitti dukkaneessu,+Inni lafa irratti isaan dhangalaasuufBishaanota galaanaa waamu,+Maqaan isaa Yihowaa dha.