Iyyoob 36:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Inni coccopha bishaanii ol ni harkisa;+Hurriin isaas gara bokkaatti ni jijjiirama;28 Achiis duumessi gad isa roobsa;+Innis ilmaan namaa irratti gad ni dhangalaʼa. Faarfannaa 135:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Duumessoonni* andaara lafaatii akka ol baʼan ni godha;Bokkaaadhaaf bakakkaa ni qopheessa;*Manneen kuusaa isaa keessaa bubbee ni baasa.+
27 Inni coccopha bishaanii ol ni harkisa;+Hurriin isaas gara bokkaatti ni jijjiirama;28 Achiis duumessi gad isa roobsa;+Innis ilmaan namaa irratti gad ni dhangalaʼa.
7 Duumessoonni* andaara lafaatii akka ol baʼan ni godha;Bokkaaadhaaf bakakkaa ni qopheessa;*Manneen kuusaa isaa keessaa bubbee ni baasa.+