-
Keessa Deebii 9:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Achiis jabbii+ isa isin tolchuudhaan cubbuu ittiin raawwattan sana fuudhee ibiddaan nan gube; caccabsees hamma inni akka awwaaraatti bullaaʼutti nan daake; achiis daakuu sana laga gaaricha irraa gad yaaʼu keessatti nan bittinneesse.+
22 “Kana boodas, isin Taaberaa,+ Maasaa+ fi Qibroot Hataawaatti+ Yihowaa ni dheekkamsiistan.
-
-
Faarfannaa 95:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akkuma Mariibaatti* taʼetti,+
Akkuma lafa onaa keessatti guyyaa Maasaatti* taʼettis+ garaa keessan didaa hin godhinaa;
-
Ibroota 3:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kan dhagaʼan taʼan iyyuu warri aarii guddaadhaaf isa kakaasan eenyufaa turan? Warra geggeessaa Museetiin Gibxii keessaa baʼan hunda hin turree?+
-
-
-