-
1 Mootota 3:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yeroo kanatti Solomoon akkana jedhe: “Inni amanamummaadhaan, qajeelummaa fi garaa qajeelaadhaan si duratti deddeebiʼaa waan tureef, ati tajaajilaa kee abbaa koo Daawititti jaalala amanamaa guddaa taʼe argisiisteetta. Ilma teessoo isaa irra taaʼu isaaf kennuudhaan, hanga guyyaa kanaatti jaalala amanamaa guddaa taʼe kana isatti argisiisuu kee itti fufteetta.+
-
-
1 Mootota 15:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kun kan taʼe, Daawit wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe waan raawwateefi; inni Uuriyaa Heetichaa wajjin haala wal qabateen wanta raawwateen alatti, bara jireenyaa isaa guutuu wanta inni isa ajaje kam irraa iyyuu hin jalʼanne.+
-