-
Faarfannaa 85:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Bara baraaf akka malee nutti aartaa?+
Dheekkamsi kee hoo dhalootaa hamma dhalootaatti akka itti fufu ni gootaa?
-
-
Isaayyaas 64:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yaa Yihowaa, garmalee nutti hin dheekkamin,+
Balleessaa keenyas bara baraaf hin yaadatin.
Hundi keenya saba kee waan taaneef, maaloo, gara keenya ilaali.
-