Faarfannaa 74:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 74 Yaa Waaqayyo, bara baraaf maaliif nu gatte?+ Aariin kee hoo hoolota iddoo dheedichaa keetii irratti maaliif bobaʼa?*+ Faarfannaa 79:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa Yihowaa, akka malee kan dheekkamtu hamma yoomiitti? Bara baraafii?+ Aariin kee akka ibiddaatti kan bobaʼu hoo hamma yoomiitti?+
74 Yaa Waaqayyo, bara baraaf maaliif nu gatte?+ Aariin kee hoo hoolota iddoo dheedichaa keetii irratti maaliif bobaʼa?*+
5 Yaa Yihowaa, akka malee kan dheekkamtu hamma yoomiitti? Bara baraafii?+ Aariin kee akka ibiddaatti kan bobaʼu hoo hamma yoomiitti?+