LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 18:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ati garuu sabicha keessaa namoota gaʼumsa qabanii+ fi Waaqayyoon sodaatan, akkasumas namoota amanamoo buʼaa sirrii hin taane jibban+ filadhuutii ajajjoota kumaa, ajajjoota dhibbaa, ajajjoota shantamaa fi ajajjoota kudhanii godhii isaan irratti muudi.+ 22 Yommuu dhimmi tokko kaʼu* isaan sabichaaf murtii ni kennu; dhimmoota ulfaatoo taʼan hundumaa gara keetti ni fidu;+ dhimmoota xixinnoo taʼan hundumaa garuu isaantu murteessa. Isaan sii wajjin baʼaa sana akka hirmaatan gochuudhaan, baʼaan akka siif salphatu godhi.+

  • Faarfannaa 82:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 “Ani akkana nan jedhe: ‘Isin waaqolii dha,*+

      Hundi keessanis ilmaan Isa Hundaa Olii ti.

  • Yohaannis 10:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yesuusis akkana jedhee isaaniif deebise: “Seera keessan keessatti, ‘Ani akkana nan jedhe: “Isin waaqolii dha”’*+ jedhamee hin barreeffamnee? 35 Inni warra dubbiin Waaqayyoo balaaleffate ‘waaqolii’ jedhee kan waamee+ fi Kitaabonni Qulqulluun immoo kan hin diigamne erga taʼee,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi