-
Ermiyaas 22:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yihowaan akkana jedha: “Haqaa fi qajeelummaa deggeraa. Isa saamame harka nama gowwoomsituu taʼee irraa oolchaa. Nama biyya ormaa kam iyyuu hin cunqursinaa; mucaa abbaa hin qabne* yookiin dubartii abbaan manaa irraa duʼe kam iyyuu hin miidhinaa.+ Bakka kanattis dhiiga nama balleessaa hin qabne kam iyyuu hin dhangalaasinaa.+
-