LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “‘Murtii hin jalʼisinaa. Isa hiyyeessa taʼeef hin loogin; isa sooressa taʼes ija addaatiin hin ilaalin.+ Namaaf haqaan murtii kenni.

  • Isaayyaas 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Wanta gaarii raawwachuu baradhaa, haqa barbaadaa,+

      Isa nama cunqursu sirreessaa,

      Mirga mucaa abbaa hin qabneetiif* falmaa,

      Dubartii abbaan manaa irraa duʼeefis falmaa.”+

  • Hisqiʼel 22:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaan si gidduutti abbaa isaanii fi haadha isaanii ni tuffatu.+ Nama biyya ormaa ni gowwoomsu; mucaa abbaa hin qabnee* fi dubartii abbaan manaa irraa duʼes ni cunqursu.”’”+

  • Miikiyaas 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Isaan maasii ni hawwu, ni qabatus;+

      Mana ni hawwu, isas ni fudhatu;

      Nama gowwoomsanii mana isaa ni fudhatu,+

      Dhaala isaas jalaa ni fudhatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi