Uumama 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe.
15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe.