Faarfannaa 80:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yaa Waaqayyo, iddoo keenyatti nu deebisi;+Akka oolluuf, fuulli kee nu irratti haa ifu.+ 4 Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa, hamma yoomiitti gara kadhannaa saba keetiitti diinummaadhaan* ilaalta?+
3 Yaa Waaqayyo, iddoo keenyatti nu deebisi;+Akka oolluuf, fuulli kee nu irratti haa ifu.+ 4 Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa, hamma yoomiitti gara kadhannaa saba keetiitti diinummaadhaan* ilaalta?+