LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 74:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 74 Yaa Waaqayyo, bara baraaf maaliif nu gatte?+

      Aariin kee hoo hoolota iddoo dheedichaa keetii irratti maaliif bobaʼa?*+

  • Faarfannaa 85:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Bara baraaf akka malee nutti aartaa?+

      Dheekkamsi kee hoo dhalootaa hamma dhalootaatti akka itti fufu ni gootaa?

  • Faaruu Ermiyaas 3:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Kadhannaan keenya gara keetti akka hin darbinetti, duumessaan daandii nutti cufteetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi