LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 80:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa, hamma yoomiitti gara kadhannaa saba keetiitti diinummaadhaan* ilaalta?+

  • Fakkeenya 15:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yihowaan hamoota irraa fagoo dha,

      Kadhannaa qajeelotaa garuu ni dhagaʼa.+

  • Fakkeenya 28:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Namni seericha dhaggeeffachuu didu

      Kadhannaan isaa illee jibbisiisaa dha.+

  • Isaayyaas 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Harka keessan yommuu diriirsitan,

      Ija koo isin duraa nan dhoksa.+

      Kadhannaa yoo baayʼistan iyyuu,+

      Ani isin hin dhagaʼu;+

      Harki keessan dhiigaan guutameera.+

  • Miikiyaas 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yeroo sanatti isaan gargaarsaaf Yihowaa ni waammatu,

      Inni garuu deebii isaaniif hin kennu.

      Gocha isaanii isa hamaadhaan kan kaʼe,+

      Yeroo sanatti inni fuula isaa isaan jalaa ni dhoksa.+

  • Zakkaariyaas 7:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “‘Isaan yommuu ani* isaan waame akkuma na hin dhageenye,+ anis yommuu isaan na waaman hin dhagaʼu’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi