-
Faarfannaa 25:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Diinonni koo rakkina na irra gaʼetti akka gammadan hin godhin.+
-
-
Faarfannaa 35:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Warri sababii malee diinota koo taʼan rakkina na irra gaʼetti akka gammadan hin heyyamin;
Warri sababii malee na jibban hamminaan ijaan akka walitti himan hin heyyamin.+
-