LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 69:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Warri sababii malee na jibban,+

      Rifeensa mataa kootii caalaa hedduu dha.

      Warri na balleessan,

      Diinonni koo warri haxxee taʼan* baayʼataniiru.

      Wantan hin hanne akkan deebisu nan dirqisiifame.

  • Fakkeenya 6:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namni gatii hin qabnee fi hamaa taʼe, dubbii jalʼaa dubbachaa asii fi achi deema;+

      13 Inni ija isaatiin dubbata,+ miila isaatiin mallattoo argisiisa, quba isaas namatti qaba.

  • Yohaannis 15:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ani hojiiwwan namni kan biraan hojjetee hin beekne isaan gidduutti utuun hin hojjenne taʼee, silaa cubbuu isaanitti hin taʼu ture;+ amma garuu anaan arganii na jibbaniiru, Abbaa koos jibbaniiru. 25 Haa taʼu malee, kun kan taʼe, Seera isaanii keessatti, ‘Isaan sababii malee na jibban’+ jedhamee inni barreeffame akka raawwatamuufi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi