Fakkeenya 16:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Namni gatii hin qabne wanta hamaa taʼe qotee baasa;+Dubbiin isaa akka ibidda waxaluu ti.+ Yaaqoob 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Arrabnis ibidda dha.+ Arrabni kutaa qaamaa keenya keessatti addunyaa jalʼinaa bakka buuti; ishiin guutummaa qaamaa xureessiti,+ akkasumas guutummaa daandii jireenyaa* gubdi, ofii ishiis Gahaannam* keessatti gubatti.
6 Arrabnis ibidda dha.+ Arrabni kutaa qaamaa keenya keessatti addunyaa jalʼinaa bakka buuti; ishiin guutummaa qaamaa xureessiti,+ akkasumas guutummaa daandii jireenyaa* gubdi, ofii ishiis Gahaannam* keessatti gubatti.