2 Saamuʼel 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waraanni mana Saaʼolii fi mana Daawit gidduutti godhamu yeroo dheeraadhaaf itti fufe; Daawit jabaachaa yommuu deemu,+ manni Saaʼol garuu dadhabaa deeme.+ 2 Saamuʼel 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Bakka ati dhaqxu hundumaatti sii wajjin nan taʼa;+ diinota kee hundumaa fuula kee duraa nan balleessa;*+ akkuma namoota guguddaa lafa irra jiranii maqaa guddaa akka qabaattu nan godha.+
3 Waraanni mana Saaʼolii fi mana Daawit gidduutti godhamu yeroo dheeraadhaaf itti fufe; Daawit jabaachaa yommuu deemu,+ manni Saaʼol garuu dadhabaa deeme.+
9 Bakka ati dhaqxu hundumaatti sii wajjin nan taʼa;+ diinota kee hundumaa fuula kee duraa nan balleessa;*+ akkuma namoota guguddaa lafa irra jiranii maqaa guddaa akka qabaattu nan godha.+