1 Mootota 4:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Solomoonis mootummoota Laga*+ sanaa jalqabee hamma biyya Filisxeemotaatti, akkasumas hamma daangaa biyya Gibxiitti jiran hundumaa irratti ni bulche. Isaanis guutummaa jireenya isaatti Solomooniif gibira fidaa fi isa tajaajilaa turan.+ Faarfannaa 72:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni galaanaa hamma galaanaatti,Lagicha* irraa hamma andaara lafaattis namoota isaaf bitaman ni qabaata.*+
21 Solomoonis mootummoota Laga*+ sanaa jalqabee hamma biyya Filisxeemotaatti, akkasumas hamma daangaa biyya Gibxiitti jiran hundumaa irratti ni bulche. Isaanis guutummaa jireenya isaatti Solomooniif gibira fidaa fi isa tajaajilaa turan.+
8 Inni galaanaa hamma galaanaatti,Lagicha* irraa hamma andaara lafaattis namoota isaaf bitaman ni qabaata.*+