2 Saamuʼel 22:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Yihowaan jiraataa dha! Qarsaan+ koo haa jajamu! Waaqni qarsaa fayyinaa koo taʼe ol haa qabamu.+ Faarfannaa 18:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+ Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+
2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+ Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+