Baʼuu 15:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Naasuu fi sodaan isaan irra buʼa.+ Yaa Yihowaa, hamma sabni kee darbutti,Hamma sabni kee inni ati uumte+ darbutti,+Irreen kee guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe isaan akkuma dhagaa kan hin sochoone taʼu.
16 Naasuu fi sodaan isaan irra buʼa.+ Yaa Yihowaa, hamma sabni kee darbutti,Hamma sabni kee inni ati uumte+ darbutti,+Irreen kee guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe isaan akkuma dhagaa kan hin sochoone taʼu.