Iyyoob 7:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Jireenyi koo bubbee akka taʼe,+Ijji koos matumaa lammata gammachuu* akka hin argine yaadadhu. Faarfannaa 39:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dhuguma iyyuu, guyyoonni koo muraasa qofa* akka taʼan ni goote;+Umuriin koos si duratti homaa jechuu miti.+ Tasgabbii kan qabu fakkaatus namni kam iyyuu hafuuruma malee homaa miti.+ (Seelaa)
5 Dhuguma iyyuu, guyyoonni koo muraasa qofa* akka taʼan ni goote;+Umuriin koos si duratti homaa jechuu miti.+ Tasgabbii kan qabu fakkaatus namni kam iyyuu hafuuruma malee homaa miti.+ (Seelaa)