LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+

  • Faarfannaa 104:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yommuu fuula kee dhoksitu ni jeeqamu.

      Hafuura isaanii yoo fudhatte, duʼanii biyyootti deebiʼu.+

  • Faarfannaa 146:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Bulchitootatti,*

      Ilmaan namootaa warra fayyina argamsiisuu hin dandeenyettis hin amanaminaa.+

       4 Hafuurri isaa ni baʼa, innis gara biyyootti ni deebiʼa;+

      Guyyuma sanatti yaanni isaa ni bada.+

  • Lallaba 3:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Hundi isaanii gara bakka tokkoo dhaqu.+ Hundi isaanii biyyoo irraa argaman,+ hundi isaaniis gara biyyootti deebiʼu.+

  • Lallaba 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis biyyoon gara lafaatti,+ bakkuma duraan turetti deebiʼa; hafuurris* gara Waaqa dhugaa isa hafuuricha namootaaf kennetti deebiʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi