LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 14:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Namni garuu ni duʼa, humna dhabees ni ciisa;

      Namni yeroo duʼu eessa dhaqa?*+

  • Faarfannaa 78:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Sababiin isaas, isaan foon akka taʼan,

      Akkasumas bubbee bubbisee darbuu fi hin deebine akka taʼan* yaadateera.+

  • Luqaas 12:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe.

  • Yaaqoob 4:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Egaa isin warri, “Harʼa yookiin boru gara magaalaa kanaa ni dhaqna, achis waggaa tokko ni turra, ni daldalla, buʼaas ni buufanna”+ jettan dhagaʼaa, 14 isin jireenyi keessan boru maal akka taʼu hin beektan.+ Sababiin isaas, isin hurrii yeroo muraasaaf mulʼatee sana booda badu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi