Isaayyaas 33:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Cubbamoonni Xiyoon keessa jiran naasuudhaan qabamaniiru;+Gantoonnis akkana jedhanii romʼaa jiru: ‘Nu keessaa bakka ibiddi gubu jiru jiraachuu kan dandaʼu eenyu?+ Labooba dhaamuu hin dandeenyee wajjin jiraachuu kan dandaʼu hoo eenyu?’ Luqaas 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Garuu isa sodaachuu qabdan isinitti nan argisiisa: Isa erga ajjeesee booda Gahaannam* keessatti darbachuuf aangoo qabu sana sodaadhaa.+ Eeyyee, ani isinitti nan hima, isa sodaadhaa.+
14 Cubbamoonni Xiyoon keessa jiran naasuudhaan qabamaniiru;+Gantoonnis akkana jedhanii romʼaa jiru: ‘Nu keessaa bakka ibiddi gubu jiru jiraachuu kan dandaʼu eenyu?+ Labooba dhaamuu hin dandeenyee wajjin jiraachuu kan dandaʼu hoo eenyu?’
5 Garuu isa sodaachuu qabdan isinitti nan argisiisa: Isa erga ajjeesee booda Gahaannam* keessatti darbachuuf aangoo qabu sana sodaadhaa.+ Eeyyee, ani isinitti nan hima, isa sodaadhaa.+