LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 127:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 127 Yihowaan mana yoo ijaare malee,

      Ijaartonni jabaatanii hojjechuun isaanii gatii hin qabu.+

      Yihowaan magaalaa yoo eege malee,+

      Eegduun dammaqee eeguun isaa gatii hin qabu.

  • Fakkeenya 16:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Wanta raawwattu hundumaa Yihowaatti kennadhu,*+

      Karoorri kees siif ni milkaaʼa.

  • Isaayyaas 26:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaa Yihowaa, ati nagaa nuuf kennita,+

      Sababiin isaas, wanta raawwanne kam iyyuu

      Situ fiixaan nuuf baase.

  • 1 Qorontos 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 kanaafuu, ulfina argachuu kan qabu Waaqa isa guddisu+ malee, isa dhaabus taʼe isa bishaan obaasu miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi