-
1 Seenaa Baraa 25:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanneen kun hundi qajeelfama abbaa isaanii jala taʼanii tajaajila mana Waaqa dhugaatiif siimbaalii, meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii fi baganaatti+ fayyadamanii mana Yihowaatti faarfatu turan.
Qajeelfama mootichaa jala kan turan, Asaaf, Yedutuunii fi Hemaan turan.
-