LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 93:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 93 Yihowaan Mootii taʼeera!+

      Inni simboo uffateera;

      Yihowaan jabina uffateera;

      Akka qabattootti isa hidhateera.

      Lafti* cimtee hundeeffamteetti;

      Iddoo ishiitii sochoʼuus* hin dandeessu.

  • Faarfannaa 97:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 97 Yihowaan Mootii taʼeera!+

      Lafti haa gammaddu.+

      Odolawwan hedduun haa ililchan.+

  • Mulʼata 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.

  • Mulʼata 19:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi