Faarfannaa 96:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Akkana jedhaatii saboota gidduutti labsaa: “Yihowaan Mootii taʼeera!+ Lafti* jabaattee hundeeffamteetti, iddoo ishiitii sochoʼuu* hin dandeessu. Inni sabootaaf karaa sirrii taʼeen murtii kenna.”*+ Faarfannaa 97:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 97 Yihowaan Mootii taʼeera!+ Lafti haa gammaddu.+ Odolawwan hedduun haa ililchan.+ Isaayyaas 52:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni misiraachoo fidu,+Inni nagaa labsu,+Inni wanti gaariin akka dhufu misiraachoo himu,Inni fayyina labsu,Inni Xiyooniin, “Waaqni kee Mootii taʼeera!”+ jedhu miilli isaa gaarota irratti akkam bareeda! Mulʼata 11:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 akkana jedhan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* Hundumaa kan Dandeessu, inni jirtuu+ fi inni turte, ati aangoo kee isa guddaa waan fudhattee fi mootii taatee bulchuu waan jalqabdeef+ si galateeffanna. Mulʼata 19:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+
10 Akkana jedhaatii saboota gidduutti labsaa: “Yihowaan Mootii taʼeera!+ Lafti* jabaattee hundeeffamteetti, iddoo ishiitii sochoʼuu* hin dandeessu. Inni sabootaaf karaa sirrii taʼeen murtii kenna.”*+
7 Inni misiraachoo fidu,+Inni nagaa labsu,+Inni wanti gaariin akka dhufu misiraachoo himu,Inni fayyina labsu,Inni Xiyooniin, “Waaqni kee Mootii taʼeera!”+ jedhu miilli isaa gaarota irratti akkam bareeda!
17 akkana jedhan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* Hundumaa kan Dandeessu, inni jirtuu+ fi inni turte, ati aangoo kee isa guddaa waan fudhattee fi mootii taatee bulchuu waan jalqabdeef+ si galateeffanna.
6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+