54 Inni waadaa garaa isaaf laafuuf gale yeroo hunda akka yaadatu argisiisuuf tajaajilaa isaa Israaʼeliin gargaareera;+ 55 inni Abrahaamii fi sanyii isaatti bara baraaf gara laafina argisiisuuf waadaa galeera;+ wanti inni abbootii keenyatti dubbates kanuma ture.”