Faarfannaa 98:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Jaalala amanamaa fi amanamummaa mana Israaʼelitti argisiisuuf waadaa gale yaadateera.+ Guutummaan andaara lafaa fayyina Waaqni keenya fidu* arganiiru.+ Isaayyaas 41:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Yaa Israaʼel, ati garuu tajaajilaa koo ti,+Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha,+Ati sanyii Abrahaam isa michuu koo taʼe sanaa ti,+ 9 Ati isan andaara lafaatii fudhadhe,+Isan iddoowwan fagoo lafaatii waame sana dha. Ani akkana siin jedheera: ‘Ati tajaajilaa koo ti;+Ani si filadheera; si hin gatne.+
3 Jaalala amanamaa fi amanamummaa mana Israaʼelitti argisiisuuf waadaa gale yaadateera.+ Guutummaan andaara lafaa fayyina Waaqni keenya fidu* arganiiru.+
8 “Yaa Israaʼel, ati garuu tajaajilaa koo ti,+Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha,+Ati sanyii Abrahaam isa michuu koo taʼe sanaa ti,+ 9 Ati isan andaara lafaatii fudhadhe,+Isan iddoowwan fagoo lafaatii waame sana dha. Ani akkana siin jedheera: ‘Ati tajaajilaa koo ti;+Ani si filadheera; si hin gatne.+